Zikrii fi Du'aa'ii

com.mujahidtech.zikr
KostenlosEnthält WerbungEveryone

Startzahlen

1 Tsd.+Installationen
k. A.Bewertung
29.03.2026Veröffentlicht
04.05.2026Aktualisiert

Was es ist

Zikrii fi Du'aa'ii karaa salphaa fi ifa galaa ta'een dhiyaateedha.

Zikrii fi Du'aa'ii sirritti barbaachisoo fi faayida qabeessoo ta'an karaa salphaa fi ifa galaa ta'een dhihaateedha. Innis wantoota armaan gadii kanniin of keessatti qabata. Akkaataa dubbisaa, hiikkaa, faayidaa isaa, wabii isaa, Yaadannoo qabachuuf, karoora baafachuudhaan jechuuf, hanga guyyaa, torbee fi ji'aan jedhan, fi kkf hedduu qaba. Rabbiin isinirraa haa jaalatu sirritti itti fayyadamaa,

Screenshots

Etablierte Apps in Lernen

Alle ansehen